Naannessaa Gingilchaa Fayyadamuu

Haalota gingilchaa hedduu buuliyaanii OR walindhuuf , kabala gingilchaa irraa sajooNaanna'iinsa gingilchaa cuqaasi. Foddaan Naannessaa gingilchaa ni mul'ata.

Haalotni gingilchaa kanneen qindaa'an Naannessaa gingilchaa keessatti ni mul'atu.Yeruma gingilchaan qindaa'u, galfata gingilchaa duwwaa gara gadiiNaannessaa gingilchaa tti ni argita. Jecha "Or" cuqaasuun galfata kana filachuu ni dandeessa.Galfata gingilchaa duwwaa takkaa erga filattee, unkicha keessa haalota gingilchaa dabalataa galchuu ni dandeessa. Haalotni kun buuliyaanii OR tiin haalota duraan hiikamanitti hidhamu.

Tokkoo tokkoo galfata Naannessaa gingilchaa keessaa tiif baafatni halqaraa waamamuu ni danda'a. Haalota gingilchaa naannoo kana keessaa sududaan akka barruutti gulaaluu ni dandeessa. Dirrichi qabiyyee qabaachuu fi qabaachuu baachuu isaa mirkaneessuuf yoo feete,haalota gingilchaa "duwwaa" (SQL:"Duwwee Dha") yookiin "duwwaa miti" (SQL: "Duwwee Miti") filachuu ni dandeessa. Baafata halqaraa fayyadamuunis galfata haquun ni danda'ama.

Haala gingilchaa Gingilchaa naanna'aa harkisuu fi kaawuudhaan, yookan furtuulee fayyadamuun siqsuu ni dandeessa +Alt+Up Arrow or +Alt+Xiyya Gadee. Haala gingilchaa garagalchuuf, furtuu yommuu gadi isaan qabdu harkisi.

While designing your form, you can set the "Filter proposal" property for each text box in the Data tab of the corresponding Properties dialog. In subsequent searches in the filter mode, you can select from all information contained in these fields. The field content can then be selected using the AutoComplete function. Note, however, that this function requires a greater amount of memory space and time, especially when used in large databases and should therefore be used sparingly.

Gabateewwanii fi Galmeewwan Unkaa Barbaaduu